Oromo Music Video











show more / Garsiisi kan hafe ...

Enter a word / Jacha barreessi
Oromo to English English to Oromo


The Oromo Dictionary Application can be downloaded and installed to the android phones from Google Market.

Oromo Dictionary is available in Android Market

Your comments / Yaada kessan

2013-05-08 17:18:23
safin says:

aman dictionary affan oromo fedha thank you
2013-05-06 16:28:01
Musa Be says:

Very helpful thank you
2013-05-05 06:30:46
Saboontu Oromo says:

jechi mantagoo jedhu kun jecha kuta oromo kuta kudha tokkora naanawa kamtu itti dalagata? fakeenyaf ani harargerahi jecha kana takah hindhagenye.jecha heedutu jira kan naanawa harargeti takah hin dhagayin dictionary kana gubaa. Garu dictionary afaan oromo kana asirati nuf baasu keessanif heedu jookin bayyee galatooma.dhifama wajin jecha tokko oso sila afaan naanawa hunda wajin yookin walin nuuf keesaani bareeda
2013-05-04 00:07:07
rahema adem says:

tolaa hiriyootu barsilsaa barataa.
2013-05-03 11:17:27
sultan says:

Hunda dura namoota jechoota kana wolitti qabuuf dadhabdan maraaf galatoomaa jedha.jechoonni tokko tokko afaaningiliffaatin yoo berreesinu afaan Oromootin hin argaman.kanaafuu ammas nuu jabaadha
2013-05-02 20:27:46
Biqiltu says:

Jechonni baay'en kan nuti hikkaa isaani baru feenu keessa nuf hin jirani gara fulduratti yo nug guddiftan gaariidha bayy'ee galatoma
2013-05-02 11:55:54
jabessa says:

dura afan oromo sirrtti barii bayye galttomaa garu jechoni bayye bayye kan nufi gargarn otto kessa gallan bayye garii ture fkn wan akka could coudn't would wouldn't has hasn't had hadn't
2013-05-01 18:59:47
deebisaa says:

ani hin beeku mee jaranaa yooo beeytan deebisaaf

Add a new Oromo word?


 





Oromo Dictionary on Facebook


   

   

Test your Knowledge


 

Oromo language pioneers

These great Oromo pioneers spent their life time developing and advocating the study of Afaan Oromo:

Sheik Bakri Saphalo
Mahdi Hamid Muudee
Tilahon Gamta
Askala Lemma
Haile Fida
Dr. Sheik Mohammed Rashad
Ibsaa Guutama
Taammanaa Bitimaa
Liban Bultum
Onesimos Nasib
and many more ...

Involve in building the the Oromo Dictionary online!

Makmaaysa - Oromo Proverbs

Sa'aan gu'aan loonii mit,dhiirsaa niitiin walii'galle gaarii mati. Warri badaan walfaana badaa
Warri haftuu sagalii tumaa daakkii hin jerjeruu warri saree sagalii karra cufaa hin jerjeruu.
jabaateef tokko gogaa hin dhifuu.

xuuxxoon shantamni nama tokkoof ba'aa, nama shantamaaf,boona

areedoon gorsa hin feesisuu beekaa waliin falataa.

waliigalan malee alaa hin galan. waliin buluuf wal-bulchan. qobboon tuulamte arba dhoorgatte. dabuus ejersumaatu dongoraa. kashlabiin guusa hin taatuu. waywaatni du'a nama hin oolchu. ilmi dhiiraa gaafa dhalate du'e. murataan marqa baalarratti nyaata haat jeeynaa baaddu barbaada qabdii,duutu awwaala qabdi. afaan leenca citaan hin seenuu. ilmoon leenca buburree garaan jeeynaa hurruma.hadhaa dhugan garuma guutan hadaraa jedhaniif diinni nama hin dhiisuu. eeboon jeynaa jeeynummaa namaa hin taatu haati dhiiraa waaqaa. jeeyna jibbituus dubbiisaa jaalatta, dabeessaaf hin makkitu. kan dubartiin ergite du'a hin sodaatuu. sodaataan bishaan jannataa hin dhugne. fuulaa jenni itti du'e hogguu fiilti. garaan kuruphoo jabaa. dabeessatu lama bula.
 
Separate multiple addresses with a comma (,)
 
Your Details / Waaee kee